Baguuman Jiraadhee!!!
Haamaa meeqan argee kan dhiiga jaallatu
Daallee meeqan argee kan humnaan dhaadatu
Nama meeqan argee kan garaa jabaatu
Soba meeqan arge kan dhuugaa fakkaatu
Dhuugaa meeqan argee kan guyyaan dhokatuu
Walaalaa heeddu argee kan beekaa fakkatu
Abjuu meeqan argee kan na gadisisuu
Waa meqan sodadhee kan na gamachiisu
Haawwii meqan haawwee kan na abdachisuu
Sii kadhe yaa waaqa lubbuun na tursisii
Icciiti jireenya dhuugaan na barsiisii
Fayyaale naaf keennii umriis na dheeressii
Jaalalaaf tokkumaa dansaa waliif yaaduu
Nu hin godhiin wallaalaa kan walitti aaduu

No comments:
Post a Comment