Saturday, 25 August 2018

Abbaa Xaayyee

👴👴DIBBIIN JEEDHI 👴👴
Lafee namaa     coorachuu
Dhiiga namaa dhandhamuu
Beekumsii  Atiin  qabduu
Biiyattii nyaachuuf saamuu
Silas Kan kee raajidhaa!
Dhartiis dhuugaa hin baatu
Akka ijoollee xixiqoo
Hoojiin kee suukaara haatu!
Mani Kan kee ka booru
Azaabnii sii haa yaamu
Dhibamtee osoo hin beekin
Du'ii Kan kee haa labsamuu!
#Abbaay xaayyee
@Abdulmalik 

No comments:

Post a Comment