Barrii kuni
Bara bookkaan roobe Laftilleen leliise
Bar bubbeen dhuugaa Mana dharaa Jigsee
Bari kun
Bara arabnii soobaa abledhaan murame
Bara abbaan irree eboon waraanamee
Bari kun
Bara Imimaan sabaa #koflaan # jijiramme
Bara mannii #ADAGEE tookkumaan digamee
Bari kun
Bara haatuun sukaaraa sooqida araabatu
Bara sabnii baldhaan damma dhandamatu
Bari kuun
Bara fuullii diinaa hurriin haaguugame
Irreen nyaaphaa cabee lubbuun wareegame
Bari kun
Bara Wayaan hiyuummaa ibidaan guubatee
Bara hoongeen beelaa Qananiin gabbatee
Bari kun
Bara Warrii of Jalatuu jiraa awwalamee
Bara Jaalalaa fi tokkuumaan labsamee!
Bara bookkaan roobe Laftilleen leliise
Bar bubbeen dhuugaa Mana dharaa Jigsee
Bari kun
Bara arabnii soobaa abledhaan murame
Bara abbaan irree eboon waraanamee
Bari kun
Bara Imimaan sabaa #koflaan # jijiramme
Bara mannii #ADAGEE tookkumaan digamee
Bari kun
Bara haatuun sukaaraa sooqida araabatu
Bara sabnii baldhaan damma dhandamatu
Bari kuun
Bara fuullii diinaa hurriin haaguugame
Irreen nyaaphaa cabee lubbuun wareegame
Bari kun
Bara Wayaan hiyuummaa ibidaan guubatee
Bara hoongeen beelaa Qananiin gabbatee
Bari kun
Bara Warrii of Jalatuu jiraa awwalamee
Bara Jaalalaa fi tokkuumaan labsamee!
@Abdulmalik
No comments:
Post a Comment