Saturday, 25 August 2018

Yaa Rabbii Haadaraa

               #YAA #RABBII #HADARAA #
๐Ÿฆ‚๐Ÿฆ‚๐Ÿฆ‚๐Ÿฆ‚๐Ÿฆ‚๐Ÿฆ‚๐Ÿฆ‚๐Ÿฆ‚๐Ÿฆ‚๐Ÿฒ๐Ÿฒ๐Ÿฒ๐Ÿ‰๐Ÿ‰๐Ÿ‰๐Ÿ‰๐Ÿ‰
Tessoon ilma namaa ๐Ÿ‘‰Ka Rabbiin Qoopheese
Dhakaaf lafee namaa๐Ÿ‘‰Ibiiddaan Qaphsiisee
Laga Jahaanami ๐Ÿ‘‰Kan dhebuuf dhuuganii
Zaqumi sagaleedha ๐Ÿ‘‰Kan beelaaf nyaatani
Haarkaa Miili hidhaa ๐Ÿ‘‰Dheesan hin bayyanii
Adabbii kee jalaa ๐Ÿ‘‰Garuu hin baqatani
Uffaniis ibiddaa ๐Ÿ‘‰Nyaanillee barbadaa
Atumtii nuu birmadhu ๐Ÿ‘‰Mooti abbaa huundaa!
Mooti Mooti caaluu ๐Ÿ‘‰Rabbii abbaa firaa
Ibidda keetirraa ๐Ÿ‘‰Nu takifadhuu haadaraa!
๐Ÿฒ๐Ÿฒ๐Ÿฒ๐Ÿฆ‚๐Ÿฆ‚๐Ÿฆ‚๐Ÿฆ‚๐Ÿ•ท️๐Ÿ•ท️๐Ÿ•ท️๐Ÿ•ท️๐ŸฆŽ๐ŸฆŽ๐ŸฆŽ๐ŸฆŽ๐ŸฆŽ
@Abdulmalik
#DUBLUK 

No comments:

Post a Comment