😴 #SAFUU#😴
🤔Siin Jaaladha jeettee 🤔
🤔Haalkaniin Barriiftaa 🤔
🤔Onnee Abbaa qabuuti 🤔
🤔Maaliif abbaa taataa? 🤔
🤔Mana Kan kee baate 🤔
🤔Dhiirsa Kan kee jalaa 🤔
🤔Maaluuma..... sii fidee 🤔
🤔Dhiibee moo Jaalalaa?🤔
🤔Jaalalti ijoollummaan 🤔
🤔Wajjiin..... Biqilchiinee 🤔
🤔Fedhii teennaa miiti 🤔
🤔Rabbuumaraa hin taane🤔
🤔Maqaa Jaalalaatiin 🤔
🤔Wannii ani si kadhu 🤔
🤔Guuyyaa qoofaa miiti🤔
🤔Haalkaniis fagaadhu 🤔
🤔Manuuma... kee Bulii 🤔
🤔Kan keetuuma ammadhu!🤔
🤔Daldalli kasaaraa 🤔
🤔kuni siiti haa haafu🤔
🤔Nutiin oromoodhaa 🤔
🤔Hin cabsiinu safuu!🤔
😷😷😷😷😷😷😷😷😷
@Abdulmalik
#DERA
No comments:
Post a Comment